Himannaa Qondaala poolisii

Qondaala Poolisii Magaalaa Minneapolis keessaa hojetu irratti himannaa dhiyeessuu dandeessu.

Jalqabbii keessan dura

  • Adeemsa himannaa qondaala poolisii hubachuu
  • Unka kana guutuudhaan himannaa seera qabeessa kan dhiheessitan yoo ta’u, kunis Waajjira Gamaaggama Naamusa Poolisii (OPCR) tiin kan ilaalamu ta’a.
  • Komii keessan akka qorannuuf waan nu gargaaruuf mee hamma danda'ametti ibsa bal'aa nuuf kennaa. 
  • Waan hundumaa isaa guutuun isin hin barbaachisu.
  • Odeeffannoo quunnamtii keessanii kennuu isin hin barbaachisu. Odeeffannoo quunnamtii keessan yoo hin kennine isin qunnamuu hin dandeenyu.

Daandiiwwan himannaa qondaala poolisii ittiin dhiheeffaman

Karaa toora interneetii

Unka himannaa keenyaa toora interneetii fayyadamuudhaan dhiyeessu dandeessu.

Unka himannaa keenyaa toora interneetii fayyadamuudhaan dhiyeessu dandeessu.

Himannaa karaa toora interneetii dhiheessaa  

Qaamaan

Unka himannaa qaamaan argamtanii dhiheessuuf  gargaaru argachuu kan dandeessan karaa:

Osoo hin seenin dura guutuu ni dandeessu.

Unka iyyannoo buufadhaa

Poostaadhaan

Poostaadhaan himannaa dhiheessu yoo barbaaddan unka komii buufachuu dandeessu.

Unka himannaa buufadhaa

Gara Waajjira Gamaaggama Namuusa Poolisiitti erguu

 

Request accessible format

If you need help with this information, please email 311, or call 311 or 612-673-3000.

Please tell us what format you need. It will help us if you say what assistive technology you use.

Unka himannaa qondaala poolisii

Contact us

Waajjira Gamaaggama Naamusaa Poolisii

Bilbila: 612-673-5500

Faaksii: 612-673-2599

TTY: 612-673-2157

Teessoo

Galma Magaalaa/City Hall
350 Fifth St. S.
Kutaa/Room 239
Minneapolis, MN 55415

Saa’atii Waajjiraa

8:30 a.m. – 4:30 p.m.
Wixataa  – Jimaataa